Seenaa ummata oromoo pdf

broken image
broken image

Ummatni Oromoo ummata afaan kushi dubbatu kan bahaa fi kaaba baha Afrikaa keessatti argaman keessaa tokko dha. Afaan dubbatamus Afaan Oromoo jedhama.Afaan oromoo afaan Hawusaafi Arabiiffaati anee sadarkaa sadaffaarraati argama. Har'a baayyini ummata Oromoo miliyoona 40 oli dha. Akka Qo'annoo bara 1994 (akka dhaha Giriigooriyaanitti) baay'nni ummata Oromoo dhibbantaa ummata Itoophiyaa 32.1% qabata. Sabni Oromoo saba Itoophiyaa keessatti baay'ina ummataan tokkoffaa irra jiru. Oromoon saba Afrikaa keessa jiraatu, kan Itoophiyaa keessaa fi haga xiqqoo immoo ummata Keeniyaa fi Somaaliyaa keessatti argamu dha. › ★ ★ ★ Download Seenaa Ummata Oromoo Pdf Free Software